Hebrews 7:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyooti duraa hujii hayyummaa ifii akka itti hin fufne duuti waan dhooggituuf, laakkossi isaanii heddu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle qaaloleeni duri heddu; waan worri duufi huji ufi guutu dad'abde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee qaalloleen durii hedduun, waan dootuuf hujii ufii guutuu dadhabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni hujii gadummaa ufii akka lufanii hin hojjanne ka duuti isaan dhooggite laakkobsaan heddu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gadoonni hujii gadummaa ufii akka lufanii hin hojjanne ka duuti isaan dhooggite laakkofsaan heddu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababaa du'aatiin qeesichi tokko uduu hin jijjiiramin hujii irra bara baraaf jiraachuu waan hin dandeenneef, qeesota duraanii laakkofssi isaanii baayi'ee ni ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti duraa hujii hayyummaa ifii akka itti hin fufne duuti waan dhooggituuf, laakkossi isaanii heddu'u.