Hebrews 7:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo haga bara baraa waan jiraatuuf, hayyumaan isaa hin jijjiirantu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni haga hegeri jira, duuba hujiini isaa ta qaalluma nama d'ibiti indabartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo haga bara baraa jira, duuba hujiin isaa ta qaallomaa nama dhibiitti hindabartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo baraa haga bara baraa waan jiraataa ta'eef gadummaan isaa hin jijjiiramu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo baraa haga bara baraa waan jiraataa ta'eef, gadummaan isaa hin jijjiiramu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu bara baraaf ka jiraatu waan ta'eef qeesummaan isaa ka hin jijjiiraminne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo haga bara baraa waan jiraatuuf, hayyummaan isaa hin jijjiirantu.