Hebrews 7:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf inni isaaniif kadhatiisaaf yennaa duudii waan jiraatuuf, worra karaa isaatiin gara Waaqaa dhiyaatu ijjumaa fayyisiisaaf hin dande'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni indandaa, ammafi hegerile, aka worra isa gula Waaqati d'ufu baasu, waan inni haga hegeri Waaqa worraa kad'atuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii waan yo cufa warraa kadhacuufii jiraatuufii, warra karaa isaatiin gara Waaqaa dhufu haga jiruu jireennaallee baasu indanda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaaniitiif Rabbiin kadhachu'uuf, hennaa maraa lubbu'uun jiraata. Kanaaf worra karaa isaatiin gara Rabbii dhufan sirima isaan fayyisuu danda'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaaniitiif Rabbiin kadhachu'uuf, hennaa maraa lubbu'uun jiraata. Kanaaf, worra karaa isaatiin gara Rabbii dhufan sirima isaan fayyisuu danda'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf isaaniif kadhachu'uun bara baraaf jiraataa ta'ee waan jiraatuuf karaa isaatiin gara Waaqaa worra dhufan maraa, muda maleessumma'aan isaan fayyisu'uuf ni danda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf inni isaaniif gaafatiisaaf yennaa duudii waan jiraatuuf, worra karaa isaatiin gara Waaqaa dhiyaatu ijjumaa fayyisiisaaf hin dande'a.