Hebrews 7:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona Hayyicha Guddaa: Woyyicha, ka komii hin qanne, qulqulluu, ka cubbaalleyyii irraa gargar baye, ka ol-gubba'aan irra ol aaneeru ka waan nu'uuf barbaachisu mara godhu nu'uuf barbaachisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni duuba Qaallu Gudda, ka fed'i teenna ch'ufa nuu guutu! Inni qulqullo, wollaalafi daba tokole inqabu; isa ya worra ch'ubbutiini gargari basaani, gubbati olgeesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus duuba qaallu guddaa, ka fedhii teenna cufa nuu guutu. Innii qulqulloo, wallaalaa fi cubbuu tokkollee hinqabu; isa la warra cubbutiin gargarii baasanii, gubbaatti olgeessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyu'uu fi ka dhara hin qabne, ka mudaa hin qabne, ka cubbamtoota irraa fooyamee fi ka samii irratti kabajjame hayyichi gadichi akkanaa kun nu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woyyu'uuf ka dhara hin qabne, ka mudaa hin qabne ka cubbamtoota irraa fooyamee fi ka samii irratti kabajjame hayyichi gadichi akkanaa kun nu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana ka jiru Qulqulluu ashaan itti hin jirre, qulqulluu cubbamoota irraa ka fooyame, samii irra ka ol jedhe, itti gaafatamaan qeesotaa nu barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona Hayyicha Guddaa: Woyyicha, ka komii hin qanne, qulqulluu, ka cubbaalleyyii irraa gargar baye, ka ol-gubba'aan irra ol aaneeru ka waan nu'uuf barbaachisu mara godhu nu'uuf barbaachisa.