Hebrews 7:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Seerri Muuse'ee worra dadhabaa hayyoota gugurdoo godhee muuda; jechi kaku'uu ka Seera Muuse'eetiin duuba dhufe ammoo, haga bara baraa guutuu ka te'e Ilma Waaqaa muudeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri Musa, nama qit'e intahiini qaalole gugurdo tolcha, ammo kakhuuni Waaqa, ta eegi Seera d'ufte, Ilma fohatti, ka haga hegeri qit'e tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seerii Musee, nama qixxee hintahiin qaallolee gugurdoo tolcha, dubbiin kakuu Waaqaa ta eegii seeraa dhuftee, ammoo ilma haga barbaraa qixxee ta'e foohatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri Muuse'ee namoota dadhabbii qaban, gadicha hayyicha godhee waan muuduuf, dubbiin kaku'uu ka seeraan maayii dhufe ammo Ilma guutuu baraa haga bara baraa ta'e muuda.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seerri Muuse'ee namoota dadhabbii qaban, gadicha hayyicha godhee waan muuduuf, dubbiin kaku'uu ka seeraan maayii dhufe ammoo Ilma guutuu baraa haga bara baraa ta'e muuda.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Seerri itti gaafatamoota taasisee ka isaan muudu namoota dadhabiddoota, seeraan duubatti ka dhufe dubbiin kaku'uu garuu bara baraaf muda maleessa ka ta'e, Ilma Waaqaa muudee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri Muuse'ee worra dadhabaa hayyoota gugurdoo godhee muuda; jechi kaku'uu ka Seera Muuse'eetiin duuba dhufe ammoo, haga bara baraa guutuu ka te'e Ilma Waaqaa muudeera.