Hebrews 7:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan sanyii teennaa Abrahaam waan booji'e keessaa, kudhan keessaa tokko eega isaaf kenne, nami kun attam guddaa akka te'e ilaala'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka inni gudda inagartaniyu? Abrahamuuni, abbaani keenna guddaani qooda kud'anneeso, ka waan inni boojie ch'ufa, kenneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba eegii Abrahaam, abbaan keenna guddaan waan booji'e cuufa irraa kudhan keessaa tokkoo keenneef Malkiisedeq akkam akka guddaa ta'e ingartaniiyyuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hangafni abbootaa Abrahaam waan booji'e keessaa mishaa kudhan keessaa tokko yoo kenne, namni kun attam akka guddaa ture mee laalaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hangafni abbootaa, Abrahaam waan booji'e keessaa mishaa, kudhan keessaa tokko yoo kenne, namni kun attam akka guddaa ture mee laalaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kun attam ol aanaa akka ta'e mee laalaa, Abrahaamiin abbaa gosaa ta'ee waan booju'uun argate irraa kudhan keessaa harka tokko baasee kennaa Mana Waaqaatiif ni kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan sanyii teennaa Abrahaam waan booji'e keessaa, kudhan keessaa tokko eega isaaf kenne, nami kun attam guddaa akka te'e ilaala'a!