Hebrews 7:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Lewwiin kudhan keessaa tokko fuudhuuyyu, yennaa san karaa Abrahaamiitiin, “Kudhan keessaa tokko baaseera” jedhiisaaf hin dande'ama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi gaafa Abrahamuuni qooda kud'anneeso baase, Lawileeni, ka d'alooti isaa nama iraa guuru, ufile imbaase.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf gaafa Abrahaam kudhan keessaa tokko baase, Lewwilleen, ka dhalooti isaa nama irraa guureetti, ufillee baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leewwiin kudhan keessaa tokko fudhatu karaa Abrahaamiitiin, «Kudhan keessa tokko baaseera»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Leewwiin kudhan keessaa tokko fudhatu karaa Abrahaamiitiin, «Kudhan keessa tokko baaseera»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Malkeesadeeqii seedeqi Abrahaamiin yeroo wol qunnametti Leewiin abbaa isaa Abrahaamiin irraa waan hin dhalatiniif,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwiin kudhan keessaa tokko fuudhuuyyu, yennaa san karaa Abrahaamiitiin, «Kudhan keessaa tokko baaseera» jedhiisaaf hin dande'ama.