Hebrews 8:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona waan dubbannu keessaa wonni guddaan, “Nuuti Hayyicha Guddaa ol-gubba'atti midda barcumaa mootummaa Waaqa ol-aana'aatitti te'eeru qanna” ka jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu jennu tana: nu qaallu gudda akana ka barch'uma Waaqa Gudda harka mirga gubbaa tau qamna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nu jenne tana nu qaalluu guddaa akkanaa ka barcumaa guddinna Waaqaa guddaa harka mirgaa gubbaa taa'u qamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dubbanne keessaa wonti guddaan kana. «Ka sami'itti teessoo ulfinnaa irra mirga Rabbii taa'e, gadicha hayyicha guddaa akkanaa kana qabna»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan dubbanne keessaa wonti guddaan kana. «Ka sami'itti teessoo ulfinnaa irra mirga Rabbii taa'e, gadicha hayyicha guddaa akkanaa kana qabna»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa wonittoota irratti dubbannu keessaa ijoon waan kana, sami'itti mirga teessoo Waaqa jiraata'aatiin ka taa'e, akkana ka jiru itti gaafatamaa qeesotaa ni qabnna,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona waan dubbannu keessaa wonni guddaan, «Nuuti Hayyicha Guddaa ol-gubba'atti midda barcumaa mootummaa Waaqa ol-aana'aatitti te'eeru qanna» ka jedhu.