Hebrews 8:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Nami tokkolle ollaa ifiitiin yookiin obboleessa ifiitiin, Goottaa beeki! jedhee hin barsiisu; diqqa'aa haga gudda'aatitti martinuu na beekan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni gaafasi nama d'ibi imbarsiisu, yokhaani nami tokoleeni oboleesa ufitiini, Aabbo beekha injed'u. Wonti akanatiifi worri ch'ufti na beekha, diqaafi guddaani worraleeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Namii tokkolleen gaafas nama dhibii hinbarsiisu, yokaan namii tokkolleen obboleessa ufiitiin “Abboo beeki!” hinjedhu, warrii cuftii, diqqaa fi guddaan warraalleen na beeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Marti isaaniituu ollaa ufiitiin, obboleessa ufiitiinillee, Gooftaa beeki! jedhee hin barsiisu; diqqa'aa haga gudda'aatitti martinuu waan na beekaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Marti isaaniituu ollaa ufiitiin obboleessa ufiitiinillee, Gooftaa beeki! jedhee hin barsiisu; diqqa'aa haga gudda'aatitti martinuu waan na beekaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Gooftaa beeki› jedhee ollaa isaa ta'ee obboleessa isaa ka barsiisu, eennu'llee hin jiraatu, diqqa'aa eegalee haga gudda'aa titti, marrinuu ana ni beekan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Nami tokkolle ollaa ifiitiin yookiin obboleessa ifiitiin, Goottaa beeki! Jedhee hin barsiisu; diqqa'aa haga gudda'aatitti martinuu na beekan.