Hebrews 8:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yakka isaaniille isaaniif hin araarama, cubbuu isaaniille haganaan achi hin qaabadhu’ jedheera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ch'ubbu worra inaraaramaafi, iti deebie daba worra inqaabad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin cubbuu warraa inaararamaaf, itti deebi'ee cubbuu warraa hinqaabadhu’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hammeenna isaaniitiifillee isaanii araarama; cubbuu isaaniillee lammata hin yaadu.› »
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan hammeenna isaaniitiifillee isaanii araarama; cubbuu isaanillee lammata hin yaadu.› »
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
balleessaa isaaniitiif dhiifama isaanii ni taasisa, cubbuu isaanii'llee ammaa achitti isaanitti hin laakkayu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakkaa isaaniille isaaniif hin araarama, cubbuu isaaniille haganaa achi hin qaabadhu› jedheera» jedhe.