Hebrews 8:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona Waaqi, “Gondooroo haareya” jedhee dubbatiisaan, gondooroo duraa dulloonseera jechu'u; wonni dulloomee fi moofoye maraa badiisa geyeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan wold'aqisa haraa dubbannaani Waaqi ka qara la dulloomse wonti dulloomatte ch'ich'ite ch'ufti yoosu baddi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan waldhaqiisa haaraa dubbannaan, Waaqii ka qaraa la dullomse; waan dullommate ka qara ojjataniin cufa guyyaan dhuma isii ya dhi'aate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haarawa jechuu isaatiin ka duraa moofseera; wonti moofaanii fi ka jaare badu'uuf dhiyaateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haarawa jechuu isaatiin ka duraa moofseera, wonti moofaanii fi ka jaare badu'uuf dhiyaateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, «Waadaa haarawaa» yoo jedhu, waadaa duraanii taasisee jira jechu'u, kanaaf ka ittiin hojjatamee fi wonnitti moofaan marrinuu, yeroon itti badan dhiyaatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona Waaqi, «Gondooroo haareya» jedhee dubbatiisaan, gondooroo duraa dulloonseera jechu'u; wonni dulloomee fi moofoye maraa badiisa geyeera.