Hebrews 8:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni addee woyyittii dunkaanii dhugittii teete, keessatti tajaajila; dunkaaniin tun harka namaatiin adoo hin te'in Gootta'aan dhaabbante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni huji qaallu gudda Fulla Qulqulloti hojata, waaro Aabbooni d'aabe keesa, ta nami d'aabeeniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii hujii qaalluu guddaa, fulaa qulqullootii ta namii dhaabe adoo hinta'in waaroo Aabboon dhaabe keessatti hojjata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni tajaajilaa mana woyyu'uutii fi tajaajilaa daasee dhuga'aati, isiin ta namaan uduu hin taane ta Goofta'aan ijaaramte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni tajaajilaa mana woyyu'uutii fi tajaajilaa dukkaanaa dhuga'aa ti, isiinillee ta namaan uduu hin taane ta Goofta'aan ijaaramte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni ka tajaajilu dukkaana dhuga'aa ka taate Mana Waaqeffanna'aa titti, dukkaanni tun'llee ka dhaabatte harka namaatiin uduu hin ta'in Goofta'aan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni addee woyyittii dunkaanii dhugittii teete, keessatti tajaajila; dunkaaniin tun harka namaatiin adoo hin te'in Gootta'aan dhaabbante.