Hebrews 8:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyooti gugurdoon martinuu, kennansaa fi woreega dhiyeessiisaaf muudaman; tanaaf hayyichi kun waan dhiyeessu qabaatiisa barbaachisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallu gudda ch'ufa aka inni galatafi sorio Waaqaa baasu fohatani, tanaafi qaallichi keenna guddaleeni wo baasu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaalluu guddaa cufa akka innii galataa fi sooriyoo Waaqaa qalu foohatan, tanaaf qaalluun keenna guddaalleen wa qaluu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hayyoonni gadootaa maruu kenna'aa fi ciincaa dhiyeessu'uuf muudaman. Kanaafillee akkasuma waan dhiyeessu qabaachuun giddi'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hayyoonni gadootaa maruu, kenna'aa fi ciincaa dhiyeessu'uuf muudaman. Kanaafillee akkasuma waan dhiyeessu qabaachuun giddi'i.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkoon tokkoon itti gaafatamaa qeesotaa ka muudamu kenna'aa fi kitimaa dhiyeessu'uuf, kanaaf'llee qeesichi kun ka dhiyeessu waan tokko qabaachuu barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti gugurdoon martinuu, kennansaa fi woreega dhiyeessiisaaf muudaman; tanaaf hayyichi kun waan dhiyeessu qabaatiisa barbaachisa.