Hebrews 8:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goondooroon duraa ta komii hin qanne adoo teete, gondooroon lammeesso'oo sila hin barbaachittuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila wold'aqisi qara qit'e tahe, wonti ka lameeso tolchaniifi injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo silaa waldhaqiisii qaraa qixxee tahee, wantii ka lammeessoo tolchaniif hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu waadaan duraa ka mudaa hin qabne ta'ee, silaa ka lammeesso'ootiif huleen hin barbaadamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kakuun duraa uduu ka mudaa hin qabne ta'ee, silaa ka lammaffa'aatiif huleen hin barbaadamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waadaan jalqabaa ka ashaan hin qabnne ta'ee uduu arigamee jiraateetii, waadaan lammaffaa hin barbaachisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroon duraa ta komii hin qanne adoo teete, gondooroon lammeesso'oo sila hin barbaachittuuyyu.