Hebrews 9:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gondooroon duraa seera waaqeffanna'aatii fi Galma Waaqaa ka lafaa qaddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wold'aqisi qara aada kad'achatiifi fulla Waaqa iti kad'atani nami harkaani mid'aase qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waldhaqisii qaraa aadaa kadhachaatii fi fulaa itti kadhatani ta namii harkaan midhaase qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaan duraa ammo seera waaqeffannaa mana woyyuu adunyaa tanaa qabdi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waadaan duraa ammoo seera kaddaamu'uu mana woyyuu adunyaa tanaa qabdi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waadaan jalqabaa seera tajaajilaatii fi mana waaqeffannaa arddiilessaa ni qaba ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroon duraa seera waaqonfanna'aatii fi Galma Waaqaa ka lafaa qaddi.