Hebrews 9:10 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun mara marroo nyaataatii fi uni'ii, marroo aadaa ifi qulleessiisa adda addaa waan te'eef, seera foonii ka haga yennaan seera haareyaa dhuttutti huju.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini waan nyaataniifi waan d'uganiifi aada qulqulleesa ch'alla. Tunini ch'ufti seera alaati, ta haga Waaqi waan ch'ufa garagalche imid'aasiini ch'alla jirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wanti kunin waan nyaatan, waan dhuganiifi aadaa qulqulleessaa callaa. Tunin cuftii seera lafaa, ka haga Waaqii waan cufa garagalchee hinmidhaasiin calla jiruu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin ka haga seerri haarawaa dhufutti ta'an, waan nyaataatii fi waan dhuddo'oollee waan dhiqachuu adda addaatiif ta'an, seera foonii callaa waan ta'aniif, ka waaqeffatullee sammuu isaa sirima qulqulleessuu hin danda'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
wonittoonni kunniin haga yeroo haarawoomissi dhufuu titti, hujii irra ka oolan seerota afaaniin dubbataman, inni'llee waayee nyaataatii fi dhugati'ii, waayee seerota adda addaa ka qulqullaayu'uutiif seerota raawwataman qofa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun mara marroo nyaataatii fi uni'ii, marroo aadaa ifi qulleessiisa adda addaa waan te'eef, seera foonii ka haga yennaan seera haareyaa dhuttutti huju.