Hebrews 9:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhiigii re'e'eetii fi dardaraa, daadhaan goronsa ciinceffameelle namoota battayane irratti facaasuun, battawuu foon isaanii irraa isaan ka qulleessu yoo te'e,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iiga reetiifi ka koromitiifi daara jibicha sorio baasani nama qulqullo intahiiniti firfirsani, t'uri worraa iraa fuud'ani worraa qulqulleesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhiiga re'ee, ka kormatii fi daaraa Waatii sooriyoo qalanii nama qulqulloo hintahinitti fixan, warruuma irraa fuudhanii warra qulqulleessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiinni korommi'iitii fi ka re'iinii, ka worra battaayan irratti faca'e, daaraan goromsa ciincayee foon qulqulleessu'uuf ka woyyoomsan yoo ta'an,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhiinni korommi'iitii fi re'iinii, ka worra battaayan irratti faca'e, daaraan goromsa ciincayee foon qulqulleessu'uuf ka woyyoomsan yoo ta'an,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhiiginni re'iiniiniitii fi mirgoole'ee akkuma kana kitima'aaf ka ka gutte daaraan goromissa gubatee, namoota battaayan irratti yoo facaafamu, battummaa foonii irraa qulqulleessee, ka isaan qulqullaawomssu yoo ta'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiigii re'e'eetii fi dardaraa, daadhaan goronsa ciinceffameelle namoota battowane irratti facaasuun, battummaa foon isaanii irraa isaan ka qulleessu yoo te'e,