Hebrews 9:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
dhiigi Kiristoosii ka karaa Ayyaana bara baraatiin, woreega fokkoo hin qanne godhee, Waaqaaf ifi dhikeesse, Waaqa jiraataa akka Waaqonsinuuf, hujii du'atti geessitu irraa atam attam irra caalaa wodanaa keenna qulleessa ree!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan wonti kunini d'uga taateefi, d'iigi Yeso hagasi ira wo baha? Lubbu hegeritiini inni aka sorio d'uga Waaqaa ufi baase. D'iigi isaa herega keenna huji hamtu ira qulqulleesa, aka nu Waaqa jiru hojannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan wantii kunin dhugaa taateef, dhiigii Yesus hagasi irra wa bahanitii? Hafuura bara baraatiin akka sooriyoo dhugaa ta Waaqaa ufi baase. Dhiigii isaa qalbii teenna hujii hamtuu irraa qulqulleessa, akka nu Waaqaa jiru hojjannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiinni Kiristoosii ka mudaa hin qabne ta'ee, Ayyaana bara baraatiin ka Rabbiif uf dhiyeesse, attamitti waan kana caalaa Rabbii jiraataa akka waaqeffatan, hujii du'aa irraa sammuu keessan hin qulqulleessine ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhiinni Kiristoosii ka mudaa hin qabne ta'ee, Ayyaana bara baraatiin, ka Rabbiif uf dhiyeesse, attamitti waan kana caalaa Rabbii jiraataa akka kaddaaman, hujii du'aa irraa sammuu keessan hin qulqulleessine ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa Hafuura bara baraatiin mataa isaa ciinccaa heeyibii hin qabnne taasisee, Waaqaaf ka dhiyeesse, dhiiginni Kristosii Waaqa jiraataa akka tajaajilluuf, sammuu keenna hujii du'aa irraa attam caala'atti qulqulleessa ta'inna?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiigi Kiristoosii ka karaa Ayyaana bara baraatiin, woreega fokkoo hin qanne godhee, Waaqaaf ifi dhikeesse, Waaqa jiraataa akka Waaqonsinuuf, hujii du'atti geessitu irraa attam attam irra caalaa wodanaa keenna qulleessa ree!