Hebrews 9:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo dhaamati dhaalaa jiraate, du'a nama dhaamatuu san mirkaneeffatiis barbachisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla d'aalti jirtu, nami iraa d'aalani qara duu male,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa dhaaltii jirtu, namii irraa dhaalan qaraa du'uu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo dhaamsi dhaalaa jiraate, du'a namicha dhaamatee san mirkaneessuun barbaachisaa waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo dhaamsi dhaalaa jiraate, du'a namicha dhaamatee san mirkaneessuun barbaachisaa waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhaamanni yoo jiraate dhaamanni ka du'ee mirkanaayuu ni barbaachisa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo dhaamati dhaalaa jiraate, du'a nama dhaamatuu san mirkaneeffatiis barbaachisa'a.