Hebrews 9:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhaamati dhaalaa gafa namichi dhaala kenne sun du'e callaa hujii irra oola malee, adoo inni jiruu hujii irra ooluu hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'aalti haga nami iraa d'aalani suni jiru injirtu, yo inni due ch'alla taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhaaltii haga namii irraa dhaalan sun jiru hintaatuu, yo innii du'e callaa taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaamsi dhaalaa yoo namichi dhaala dhaame sun du'e callaa hojii irra oola malee uduu inni lubbu'uun jiru hin ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhaamsi dhaalaa yoo namichi dhaala dhaame sun du'e callaa hojii irra oola malee, uduu inni lubbu'uun jiru hin ta'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
jechi dhaamataa ka mirkanaayu eega dhaamataan du'een duubatti, dhaamataan lubbu'uun yoo jiraate garuu jechi dhaamata'aa gatii hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhaamati dhaalaa gaafa namichi dhaala kenne sun du'e callaa hujii irra oola malee, adoo inni jiruu hujii irra ooluu hin dande'u.