Hebrews 9:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Gondooroon duraatuu dhiigaan malee hujii irra hin oolle.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi wold'aqisi qaraleeni d'iigaani tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif waldhaqisii qaraalleen dhiigaan tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waadaan duraatuu dhiiga malee hujii irra hin oolle.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu waadaan duraatuu dhiiga malee hujii irra hin oolle.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaan waadaan jalqabaa dhiiga malee ka jabaatee dhaabatee miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Gondooroon duraatuu dhiigaan malee hujii irra hin oolle.