Hebrews 9:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dukaaniin kolloo lama qaddu qopheeffanteertiiyyu. Kolloon balbalatti aantu ta wonni ifa irra keyanu, xarapheessa'aa fi daabboon Waaqaaf kennante keessa jirtu, “Addee Woyyittii” jedhanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro d'aabani, bada isii Fulla Qulqullo jed'ani. Bada suni keesa ifsefi mesafi qit'a Waaqaa baasaniti jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaroo ala dhaaban, isii keessa, ibsee fi xarapheessaa qixxaa Waaqaa baassaniti jira, fulaan sun fulaa Qulqulloo jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daaseen duraa ta qophoofte, «Isii woyyittii» jedhamtu keessa waan ibsaa irra kaayan, xarapheessa'aa fi xoroshoo ciinca'aatitu jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Duukkaanaan duraa ta qophoofte, «Isii woyyittii» jedhamtu keessa waan ibsaa irra kaayan, xarapheessa'aa fi xoroshoo ciinca'aatitu irra jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dukkaaniin kutaawwan lama qabddu qophoofttee jirtti ture. Baattuun ibisa'aatii fi minjaalli, hibsttiin ciincca'aa'llee keessa jira ka ture kutaan jalqabaa, «Qulqullittii» ni jedhamtti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaaniin kolloo lama qaddu qopheeffanteertiiyyu. Kolloon balbalatti aantu ta wonni ifa irra keyanu, xarapheessa'aa fi daabboon Waaqa dura dhikaattu keessa jirtu, «Addee Woyyittii» jedhanti.