Hebrews 9:20 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Dhiigi gondooro'oo ka akka eeggattanuuf Waaqi isin ajaje kana” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jed'e, D'iigi kunini ka wold'aqisa Waaqi isanii tolche beesisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba, “Dhiigii kunin ka waldhaqiisa Waaqii isanii tolche beesisuu” jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka facaase'llee, «Dhiiginni waadaa haarawaa ka Waaqinni isin ajaje kana» jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhiigi gondooro'oo ka akka eeggattanuuf Waaqi isin ajaje kana» jedhe.