Hebrews 9:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma dunkaani'ii fi miya waaqeffanna'aaf tajaajilu maratti diiga fiffixe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma Musani Waarofi miha kad'acha ch'ufa d'iiga iti fifit'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma Muuseen waaroo fi mi'a kadhachaa cufa dhiiga itti fiffixe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma daase'ee fi mi'a tajaajilaa marattuu dhiiga facaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma dukkaana'aaf mi'a tajaajilaa marattuu dhiiga facaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana dukkaanatti'ii fi meeshaa itti fayyadamaa mara irrattuu, dhiiga ni facaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma dunkaani'ii fi meya waaqonfanna'aaf tajaajilu maratti diiga fiffixe.