Hebrews 9:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugumaan akka Seera Muuse'eetitti waan diqqoo malee, wonni maraa dhiigaan qulleeffama; adoo dhiigi hin dhangala'in araarri cubbu'uu hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Seera gula waan ch'ufa d'iigaani qulqulleesani; dabale, yo d'iiga jissani ch'alla araaramani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee seera gula waan cufa dhiigaan qulqulleessan, cubbullee, yo dhiigi jige callaa, namaa araaraman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka seeraatitti waan hago'oon ala wonti maruu dhiigaan qulqullaaya; uduu dhiinni hin jinne dhiifamsi cubbu'uu hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka seeraatitti waan hago'oon ala wonti maruu dhiigaan qulqullaaya, uduu dhinni hin jinnee dhiifamsi cubbu'uu hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaanuu akkaataa seera Muse'eetiin waan muraasaan alatti wonitti marrinuu dhiigaan ni qulqullaaya, dhiiginni yoo jiguu dhabaate'llee, dhiifaminni cubbu'uu hin argamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan akka Seera Muuse'eetitti waan diqqoo malee, wonni maraa dhiigaan qulleeffama; adoo dhiigi hin dhangala'in araarri cubbu'uu hin jiru.