Hebrews 9:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni fakkeenna waan ol-gubba'aa te'e mara, waan kana maraan qulloomis barbaachisa'aayyu; wonni ol-gubbaa jiru maraa ammoo ifiifuu woreega kana caaluun qulleeffama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi fakeenna waan gubba jirani sorio tanaani qulqulleesu malani. Ammo wonti gubba jirani sorio hagasi iraa feeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf wanni fakkeenna waan gubbaa jiraatii ta'e kun cufti karuma kanaan qulqulaa'uu malte. Ammoo wantii gubbaa jiraa sooriyoo hagasi irraa feeti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa kunniin ka fakkeenna waan sami'ii ta'an martinuu waan kana mara caaluun qulqullaayuu isaan barbaachisa. Wonti samii jiru ammo, ufiifuu ciincaa kana caaluun qulqulleeffamuun giddi'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa kunniin ka fakkeenna waan sami'ii ta'an martinuu waan kana mara caaluun qulqullaayuu isaan barbaachisa. Wonti samii jiru ammoo, ufiifuu ciincaa kana caaluun qulqulleeffamuun giddi'i.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa kunniin wonittoota fakkeenna waan sami'ii ta'an marrinuu seera bifa kanaatiin qulqullaayuu isaa barbaachisa ture, sami'ii wonittoonni ta'an garuu kitimummaa kana caaluun, qulqullaayu'uu titti isaan barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni fakkeenna waan ol-gubba'aa te'e mara, waan kana maraan qulloomiis barbaachisa'aayyu; wonni ol-gubbaa jiru maraa ammoo ifiifuu woreega kana caaluun qulleeffama.