Hebrews 9:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos Galma Waaqaa ka harka namaatiin ijaarame, ka fakkeenna dunkaanii dhugitti'ii te'e hin seenne; inni amma nu'uuf Waaqa duratti mudhatiisaaf jedhee ol-gubbaa seene.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Kristoni fakeenna fulla qulqullo, ta nami harkaani mid'aase keesa inseenne. Inni gubbati olgale, fulla inni amma maro teennaafi fuula Waaqa dura eju.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
maaliif jennaan, Kiristoon fakkeenna fulaa qulqulloo ta namii harkaan midhaase keessa hinseennee, innii fulaa amma marroo teenaaf fulaa Waaqaa dura ejju ta gara gubbaatti olgale;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos gara mana woyyuu ta harka namaatiin hojjatamte woyyittii fakkeenna dhuga'aa taatetti waan hin seenneef; haa ta'uu ammo inni amma Rabbiin afo'otti waan keennaaf mudhatu'uuf gara sami'ii isii keessa seene.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos gara mana woyyuu ta harka namaatiin hojjatamte woyyittii fakkeenna dhuga'aa ta taatetti waan hin seenneef; haata'uu ammoo inni amma Rabbiin afo'otti waan keennaaf mudhatu'uuf gara sami'ii isii keessa seene.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos fakkeenna «Mana Waaqeffannaa dhuga'aa» gara ta taateetii fi gara fakkeenna ta harka namaa titti hin hojjataminii gara Qulqullittii Qulqullu'uu hin aseenne, inni amma waayee keennaaf Waaqa duranatti muldhachu'uuf gara sami'ii ni aseene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos Galma Waaqaa ka harka namaatiin ijaarame, ka fakkeenna dunkaanii dhugitti'ii te'e hin seenne; inni amma nu'uuf Waaqa duratti mudhatiisaaf jedhee ol-gubbaa seene.