Hebrews 9:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo akkas te'ee, haga biyyi lafaa dadanteen jalqabee, sila Kiristoos yennaa hedduu rakkinna fudhatiisa qabaayyu. Amma ammoo bara muumme'eetitti, ifi woreegiisaan cubbuu balleessiisaaf, takkumaan yennaa maraaf mudhateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo akasi tolche, maro heddu haga lafa uumani sila gaargala. Ammo ammatana inni ya maro tokotu mullate, ka d'alooti ch'ufti diquma inhobaiini, aka sorio nafa ufitiini daba balleesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo akkasi tolche, marroo hedduu haga lafa uuman silaa gaargala. Ammoo ammaatana innii akka sooriyoo nafa ufiitiin cubbuu ballessu muummee baraa irratti la marroo tokko callaa mullate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu akkana ta'ee, uumama adunya'aatii jalqabee hennaa hedduu silaa rakkinni Kiristoosiin irra gaya; amma ammo dhuma adunya'aa irratti uf ciincaa godhu'uun cubbuu diigu'uuf hennaa tokko mudhateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu akkana ta'ee, uumama adunya'aatii jalqabee hennaa hedduu silaa rakkinni Kiristoosiin irra gaya; amma ammoo dhuma adunya'aa irratti uf ciincaa godhu'uun cubbuu diigu'uuf hennaa tokko mudhateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana ta'ee uduu jiraatee garuu, biyyi lafaa yeroo uumamee irraa jalaqabee yeroo baayi'ee rakkinna fudhachuu isa ni barbaachisa ture, amma garuu muummee barootaa titti cubbuu dhabamissiisu'uuf mataa isaa kitimaa taasisu'uun, yeroo tokko haala irra deebi'iinsa hin qabnneen muldhatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo akkas te'ee, haga biyyi lafaa dadanteen jalqabee, sila Kiristoos yennaa hedduu rakkinna fudhatiisa qabaayyu. Amma ammoo bara muumme'eetitti, ifi woreegiisaan cubbuu balleessiisaaf, takkumaan yennaa maraaf mudhateera.