Hebrews 9:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami mara akka du'uu fi achiin duuba mura'aaf akka dhikaatu murtayeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nami ch'ufti maro toko ch'alla due, ammo eegi suni Waaqi nama qoru,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma namii cuftii marroo tokko callaa du'e, ammoo eegii sun Waaqii namattim uruu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namootaaf harka tokko du'uun, achiin maayiillee murtiin akka isaaniif murtaaye,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namootaaf harka tokko du'uun, achiin maayillee murtiin akka isaaniif murtaaye,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namaaf yeroo tokko du'uun ramadameefii jira, du'aan duubatti'llee murti'itu itti jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami mara akka du'uu fi achiin duuba mura'aaf akka dhikaatu murtayeera.