Hebrews 9:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos cubbuu nama heddu'uu ba'atiisaaf yennaa takkaa woreegameera; ammalle cubbuu ba'atiisaaf adoo hin te'in, worra dharra'aan isa eeggatu fayyisiisaaf lammeessoo hin dhufa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akasuma Kristole maro toko sorio baasani, aka daba nama heddu baasu. Inni maro lameesole indeebia, aka daba balleesuuniti, ammo aka worra isa eegatu baasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akkasuma akka cubbuu namaa heddu baasu, Kiristoollee marroo tokko sooriyoo baasan. Akka cubbuu balleessuuf adoo hinta'in akka warra isa eegatu baasuuf innii marroo lammeessoollee indeebi'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkasuma Kiristoosillee ammo cubbuu namoota hedduu baadhatu'uuf hennaa tokko haga ciincaa ta'een maayii, isaan fayyisu'uuf worra cubbuu malee isa eeggataniif lammeessoo deebi'ee isaanitti mudhata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
akkasuma Kiristoosillee ammoo cubbuu namoota hedduu baadhatu'uuf hennaa tokko haga ciincaa ta'een maayii, isaan fayyisu'uuf worra cubbuu malee isa eeggataniif lammaffaa deebi'ee isaanitti mudhata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Kristos cubbuu namoota baayi'ee dhabamissiisu'uuf yeroo tokko du'ee jira, dabalee'llee cubbuu baadhachu'uuf uduu hin ta'in worra isaa eeggatan fayyisu'uuf, yeroo lammaffaa'llee ni muldhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos cubbuu nama heddu'uu ba'atiisaaf yennaa takkaa woreegameera; ammalle cubbuu ba'atiisaaf adoo hin te'in, worra dharra'aan isa eeggatu fayyisiisaaf lammeessoo hin dhufa.