Hebrews 9:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni mara akkasitti qopheeffameen duuba, hayyooti tajaajila ifii muummesiisaaf, yennaa mara gara kolloo dunkaani'ii ta balbalatti aantuu seenan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana kurfeesani, qaaloleeni hojja ch'ufa bada waaro taani olseenti, aka huji ufi hojattu;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kana cufa akkasin qopheessan, qaalloleen guyyaa cufa akka hujii ufii hojjattu; waaroo alaa taan olduudde,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee uduu akkanatti qophaayee jiru, gadoonni tajaajila isaanii raawwachu'uuf hennaa maraa daasee duraatitti seenan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee akkanatti qophaayee uduu jiru, gadoonni tajaajila isaanii raawwachu'uuf hennaa maraa dukkaanaa duraatitti seenan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti marrinuu haala kanaan eega qophaayeen duubatti qeesonni tajaajila isaanii raawwachu'uuf, gara kutaa dukkaanatti'ii ka jalqabaa yeroo mara ni aseena.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni mara akkasitti qopheeffameen duuba, hayyooti tajaajila ifii muummessiisaaf, yennaa mara gara kolloo dunkaani'ii ta balbalatti aantuu seenan.