Hebrews 9:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dunkaaniin qaraa haga jirtu karaan gara addee woyyittii woyyootaa geessu, ammalle akka hin banamin Ayyaanni Woyyichi akkasiin mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni Qulqullooni akuma dansa agarsiifti, aka karaani ka Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo d'aqu ammalle imbanne, haga badaani waaro olejitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga Waaroon qaraa ejjuutti jirtu cufa, akka karaan fulaa qulqulloo jabduun nama dhaqu hinbanamin Hafuuri qulqulloon diidessetti barsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daaseen duraa uduma as dhaabatteertu, karaa gara woyyitti'ii geessu duranaa akka hin mudhanne Ayyaanni Woyyuun hin mudhisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dukkaanaan duraa uduma asi dhaabatteertu, karaa gara woyyitti'ii geessu duranaa akka hin mudhanne Ayyaanni Woyyuun hin mudhisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dukkaanattiin jalqabaa haga jirttutti gara Qulqullittii Qulqulluuwwanii karaan fidu amma'llee ka hin muldhatin ta'uu isaa, Hafuurri Qulqulluun bifa kanaan ni muldhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaaniin qaraa haga jirtu karaan gara addee woyyittii woyyootaa geessu, ammalle akka hin banamin Ayyaanni Woyyichi akkasiin mudhisa.