Hosea 1:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Yudatifi ta Israeli wolti deebisani takaa tolchani. Worri nama toko ka mata worraa tahe worraani deemu fohata, duuba worri ammalle hore daraara. D'uguma guyyaani Yezreeli guyya jaba taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san baniin Yihuuda'aatii fi baniin Israa'elii tokko ta'an; bulchaa isaan lachuu bulchu hin filatan; deebi'anii biyya ufii keessatti guddatanii duroomanii jiraatan; guyyaan Iyiziraa'elii guddaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aatii fi kolbaan Israa'elii deebitee tokko hin teeti; sooressa tokko hin filatti; guyyaan Yizre'elii guddaa waan te'eef, lafa ifiititti deebi'anee qananumma'aan hin le'an.