Hosea 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa AABBO Waaqi Hoseani dubbate, inni waan jed'eeni, Beeni, niiti daru fuud'i, ilmaani iraa d'ali. Wonti akanatiifi gumi tiyya aka daru taate na lakifte na biraa deemti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi karaa Hose'eetiin hennaa banii Israa'eliititti dubbii ufii himuu jalqabu Rabbi Hose'een «Baniin kiyya na irraa fooyamee hujii seebaraa badaa hojjata'ara; eeganaa ati deemii intala seebartu fuudhii isii irraa ijoollee seebaraa uumadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa yennaa karaa Hose'a'aatiin dubbatiisa jalqabe, Hose'aan, «Biyyi Mootii Waan Maraa lakkisiisaan waan sagaagalteef, dhaqii, niitii gaarayyeeffattuu fuudhiitii, ijoollee gaarayyeeffattuu akka isi'ii uumadhu» jedhe.