Hosea 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan isaani jed'e, Ilma kanke maqa Yezreeli baasi; wonti akanatiifi anini, ato inturre, mana Yehu, maro d'iiga nama Yezreeli ka inni jissetiifi balleese mootuma Israeli muumme baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi Hose'een, «Ani sababaa Iyyu'uu fi fiixaan isaa namoota Iyiziraa'eliin keessatti ajjeesaniitiif maatii Iyyu'uu adabu'uuf hin turu; mootummaan Israa'eliillee akka badu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Hose'aan, «Sababa isaan Yizre'elitti dhiiga dhangalaasaneef, ani maatii Yehu'uu yennaa gabaadduu keessatti waan adabuuf, mootummaan Israa'eliille akka baddu waan godhuuf, maqaa isaa ‹Yizre'el › jedhii baasi.