Hosea 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Hoseani jed'e, Maqa isaa, Nama kiyyaniti baasiifi; wonti akanatiifi isani nami Israeli nama kiyyaniti, anileeni Waaqa keesaniniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Hose'een «Armaan maayii baniin Israa'elii kiyyaa miti; ani Waaqa isaaniitii miti; kanaafuu maqaa ilma keetii Lo'aamii jedhii maqaa moggaasi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Hose'aan, «Kolbaan Israa'elii kolbaa tiyya waan hin te'iniif, anille Waaqa isaanii waan hin te'iniif, ‹Lo-Amii › jedhii maqaa baasi.