Hosea 10:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Lafa hareeti qotad'a, d'uga oobra, ammalle eeba jaalalti isani na jaalattani isanii kennitu haamad'a. Guyyaani isani ana, AABBO Waaqa keesaniti deebitani ya gahe, anini d'ufe eebaani isani bad'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaaniin, ‹Eeganaa lafa bulte qotaa'a; balchummaa facaafadhaa'a; jaalala hin jijjiiramne wolitti qabadhaa'a; hennaan isin gara ana Waaqa keessanii deebitan amma! ani dhufee haqa isinii baay'isa› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani, ‹Yennaan tun yennaa isin ana Mootii Waan Maraa barbaaddanu waan teeteef, haga ani dhufee balchummaa isin irratti dhangalaasutti, ifumaaf balchummaa facaafadha'a; midhaan jaalala bara baraa haammadha'a; lafa hin qotamin qota'a› jedhe.