Hosea 10:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaani worraa d'articha, tanaafi worri gati ch'ubbu suni argachu male. Waaqi waan worri sorio irati baasu ch'ach'abse d'akha worraa ka woyyu balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa isaanii keessa dharatu guuteera; gatii yakka ufii hin argatan; Rabbi meeshaa isaanii ka ciincaan irratti dhiyaatu maraa hin caccabsa; utubaawwan waaqa tolfama'aa ka hulee itti sagadanii maraa hin caccabsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan isaanii sobaan guutameera; amma isaan yakkaa ifiitiif adabbii fudhatuu qaban. Mootiin Waan Maraa addee ciinca'aa ta isaanii hin caccassa; soodduu woyyittii waaqa dharaa ta isaaniille hin balleessa.