Hosea 10:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi injirre dubbatani, wold'aqani kakhu d'ara kakhatani. D'ugani ya badde d'ara taate, aka had'aa oobru keesati baate wo yakiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kakuu sobaatiin waadaa gala'aa dubbii duwwaa dubbatan; kanaafuu akkuma lafa qonnaa keessatti aramaan hadhaa qabu biqilu akkasuma isaan keessattillee wol mormu'utu baay'ata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waadaa hedduu galaa, kakuu dharaa kakataa, wolii galtee godhatan. Tanaaf, akkuma shuqunaan hadhaa ifi keessaa qaddu fichaa keessatti bacattee lattu, muraa isaan kennanu irratti moromaan hin bacatti.