Hosea 10:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan harkaani boch'ani suni lafa Ashuruti geesani damoosa hayyu guddaa baasani. Worra Israeli waan worri gorsa suni gula deemefi guddo ch'eersani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa gara biyya Asoorii fidanii mooticha gudda'aa akka kenna'aatitti dhiyaata; sababaa baniin Israa'elii gorsa hamaa duukaa bu'aniif saallinii fi salphinni isaan irra gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi dharaa ka jabbii fakkaatu sun gara biyya Asoorii geeffamee, mootii guddichaaf kennansa te'ee hin dhikaata. Kolbaan Efreemii hin salphatti; sababa waaqa dharaatiif hin fokkifatti.