Hosea 11:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tiyya na gula yaati, hojja anini aka nyeench'a nyaapa worrati itanu. Worri gama ila aduti orie nati d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi isaan fayyisu'uuf akka leenca aaduu hennaa laagaa kiyya dhageessise isaan na faanaa deeman; ijoolleen tiyya hollata'aa gara dhiya adu'uutii dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan ana Mootii Waan Maraa hin hordofan; anille akka neenqaa dhangaa hin dhowa. Yennaa ani dhangaa dhowu, ijoolleen tiyya hollataa karaa aduun seentu irraa hin dhufan.