Hosea 11:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli ya kiyyibafi sobaani na marse, worri Yudaleeni ammalle Waaqa d'uga qulqullo diduu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin Israa'elii sobaan kijibaan na marsaniiran; Yihuudaan ammo ammallee karaa ani Rabbi isa masakkuun deema; ana woyyichaafillee amanama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Efreem dharaan, kolbaan Israa'elii sobaan na marsite; Yihudaalle ana Waaqa Woyyicha addatamaa irratti ka'e.