Hosea 11:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo akuma anini isa yaamuuni, inni naraa fagaate. Worri waaqa Baali jed'ani sorio baase, waaqoota d'arati hit'aana aarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu banii kiyya Israa'eliin haguma gara kiyya guddisanii akka dhiyaataniif isaan waame; isaan guddisanii na irraa fagaatan; isaan waaqa tolfamaa ba'aal jedhamuu ciincaa dhiyeessu'uu fi fakiiwwan isaatiifillee hixaana aarsuu hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irra caalaa ammoo ani kolbaa Israa'elii waame; irra caalaa isaan na irraa fagaatane. Isaan waaqa dharaa Ba'aaliif ciincaa dhikeessanee, fakki'iifille hixaana aarsane.