Hosea 11:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra jaalalaani deemeeni, hampaare qomati mat'anfad'e, worrati gadi jed'e gololche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gara laafummaa, namumma'aatii fi hidhaa jaalalaatiin isaan masakka'aa ture; qambara isaan irra jiru isaan irraa kaasee, gad jedhee isaan nyaachisa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani wodaroo gadhi-laafummaa namaatiin, hidhaansa jaalalaatille'een isaan harkise; waanjoo morma isaanii irraa fuudhee gad jedhee isaan areere.