Hosea 11:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi dira worraa keesati goraadeeni nama balleese, balbala fullo dira worrale ch'abse, maneeni worraa jajabdu keesati worra hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eboon diina isaanii qachoota isaanii dhaya; balballan qachootaallee hin caccabsa; gorsa isaanii hamaallee isaan harkaa balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shallaagaan qachoota isaanii keessa hin balaqqitti; danqaraa karra dalleya isaanii kukkuttee karoora isaanii hin balleessiti.