Hosea 11:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri kiyya ya aka na lakisu kutate. Worri, Qaampara nuraa fuud'a jed'e iyya, ammo nami worra iraa fuud'u injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya na irraa fagaachuu barbaadan; ta'ullee gargaarsaaf ol iyyatan, eennullee rakkinna isaanii jalaa isaan baasuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya na irraa fagaatiisaaf murteeffatte; isaan Waaqa Ol Aanaa yoo waammatanelle, ani karuma te'e maraanuu isaan ol hin qabu.