Hosea 12:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli halkani guyya wo balleese male woma imid'aasu. Worri haga qarale ira wolsobe wolhad'e wolballeesa. Ammalle worra Ashurutini wold'aqani worra Misiritiini woliini daldalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin Israa'elii akka waan qilleensa cum'uu ta'a'aa guyyaa guutuu qilleensa baya biiftu'uu ari'a'aa oolee duwwaa ta'eera; sobaa fi dhibuu baay'isan; biyya Asoorii woliin wolii galtee godhatan; karaa biraatiin ammo sayitii ejersaa gara biyya Misirii ergan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan Efreemii qilleensa tissiti; qilleensa karaa aduun baatuu ari'aa oolti; dharaa fi hunnaan nama irratti ka'iisa baceessiti; Asoor woliin wolii galtee gooti; gara biyya Gibxi'iille zayitii ejersaa ergiti» jedha.