Hosea 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Gileaditi waaqoota d'ara kad'atani, nami isa kad'atuleeni inhobaa. Koromile Gileaditi sorio Waaqaa baasani, fullaani artiti sorio iti baasani sunini d'akhaye oobru keesati wolirati tuulani taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun maruu ta'ee Gala'aaditti waaqa tolfama'aa sagadan; worri waaqa tolfama'aa sagadan duwwaa ta'an; Gelgela'atti mirgoolee ciinca'aaf dhiyeessan; meeshaawwan isaanii ammo ka ciinca'aa caccabanii qonna keessatti tuulaa dhaga'aa ta'anii hafan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan Giil'aadii hama'aa motii? Kolbaan qachaa Giil'aadiille bu'aa hin qaddu! Isaan Giil'aad keessatti korommii ciincaa dhikeessanii motii? Addeen ciinca'aa ta isaanii akka tuulaa dhaka'aa ta fichaa qotame keessa jirtuu hin teeti» jedha.