Hosea 12:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi raaga erge worra Israeli tissooma lafa Misiri keesaa baase tisse qorqorate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi karaa raatticha ergeetiin banii Israa'elii biyya Misiriitii masakkee baase; karaa raatticha saniitiin isaan kunuunse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa raagicha ergee kolbaa Israa'elii biyya Gibxi'ii keessaa baase; karaa raagichaatiin isaan kunuunse.