Hosea 12:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ya aka taka inargini AABBO Waaqa dallansiise; maro ch'ubbu sunitiifi duu malani. Waan worri isa ch'eerseefi, AABBO Waaqi worra gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii ammo guddisee Rabbiin aarse; yakka hojjatanitti hin gaafataman; maqaa isaa waan arrabsaniif isaanitti murtaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Efreemii dhiiga kolbaa dhibi'ii dhangalaasiisaan akka malee Goottaa aarsite; Goottaan dhiiga dhangalaasane san mataa isaaniititti hin deebisa; tuffii isaaniitiifille gatii isaaniif hin kaffala.